This site uses cookies for anonymized analytics. For more information or to change your cookie settings, view our Cookie Policy.
Kutaa 4ffaa — Kitaaba Gadaa
Kitaaba Gadaa Kutaa 4ffaa: Bu’uura Sirna Gadaa Dabaree Keenyaaf
Kitaabni kun boqonnaalee adda addaa irratti hundaa’uun barumsa bal’aa kenna. Qabiyyee isaa keessaa tokko tokko: Kitaaba Gadaa Kutaa 4ffaa
Iddoowwan seenaa fi aadaa Oromoo kanneen akka Madda Walaabuu, Odaalee adda addaa (Odaabee, Odaaree, Odaa Nabee, kkf) irratti beekumsa bu’uuraa kenna. Faayidaa Kitaaba Kanaa Barattootaaf Kitaaba Gadaa Kutaa 4ffaa: Bu’uura Sirna Gadaa Dabaree